Channel
Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha. Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa @walaloo_bot https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Updated: 2026-09-09
In kolfita! Osoo argitee waareef waarii Maraatummaa makaan aarii Waa naan jedhuuf dantaa dhabee Si keessatti kufee cabee Wal’aanamuuf ka’een deema Manaa baheen mana seena Adda baas…
? Nama lubbuun darbe Sanduqaan isa kuulu Boolla buusanii Biyyoo irra tuulu Nama dhaabiin du’e Eessatti awwaalu? Kaachuu
1/2 Namni daawaa qopheessu; Tokko fayyisuufi Tokko ajjeesuufi Eeyyee; Dhibamaa nii fayyisa! Dhibee nii ajjeesa! .... Gadaa
#Tigist_Shallee 💃 Gurbaa hiriyaakoo dur wajjin baranne tokkotu hanga ammaa lakkoofsa bilbilakoo 'Waaqoo Mucaa Class' jedhee save godhatee jira. Ammayyuu mucaa class🤔 Waanti kun s…
Nama ofii Sadi obsaa Sadi gorsaa Sadi dhoksaa Yoo dide jijjiiramuu Kaansariidha yaa muramu ✍️ Kaachuu
Saafaa keessa siin mul'adhee; Akka lootii Sin dhabe dukkana keessa; Cina kootii Karoora uumamaati; Nan beeka ni dhi'a Achitti dukkanoofnaan; Asitti ni bari'a Dhugaadha! dirq…
Media post
Nama beekaa rafe Waamichi hin dammaqsu Deemnaan nagaatti Kadhaan sin deebisu
No ads indexed yet.
This channel was added to our crawler but no sponsored impressions have surfaced yet. Subscribe below — we will ping you on the first hit.
Tracked since 2026-08-14 · first ad check queued